Kamisa, Bitootessa 6, 2025 6:56:53 WD tti
Dubbiin Tiraamp kuni erga Waayit Haawus karaatti namoonni ugguraman gadhiifamuu danda'an irratti Hamaas waliin kallattiin mari'achaa akka jiru ifa godhe booda dhagahame.
Kamisa, Bitootessa 6, 2025 7:35:08 WD tti
Pirezidantiin Faransaay Imaanu'eel Maakroon dureewwan Awurooppaa Biraasalsiitti walgahii mana maree waraanaa addaatiif walitti qabamaniin ardiittiin ''seenaa keessatti yeroo murteessaarra jirti’’ jechuun akeekkachiisan.
Kamisa, Bitootessa 6, 2025 6:58:51 WD tti
Liiverpuul tapha Shaampiyoonsi Liigii baay'ee caalamee fi yaalii gara galchiitti osoo hin taasisiin daqiiqonni 90 xumuramuu gahan irratti injifannoon deebi'uun waan raajii ture.
__
Chaayinaan qaraxa daldalaa pirezidaant Doonaald Tiraamp dabalaa dhuferratti erga deebii kennitee booda waraana ''gosa kamiyyuu'' Ameerikaa waliin wal loluudhaaf qophii ta'uushee akeekkachiifteetti.
Kamisa, Bitootessa 6, 2025 4:29:22 WD tti
Komishiniin Biyyaalessaa Mirgoota Namoomaa Keeniyaa wayita oppireeshiniin kun gaggeeffamu dhiittaan mirga namoomaa raawwachuu fi gocha kana akka balaaleffatu ibse.
Kamisa, Bitootessa 6, 2025 7:25:03 WD tti
Namichi shakkame kuni torban darbe keessa poolisiin to'annaa jala isa oolchuun yeroo muraasa dura lootiii hate liqimse.
Kamisa, Bitootessa 6, 2025 7:32:52 WD tti
Mootummaan Lesootoo yaada Pirezidant Doonaald Tiraamp waa'ee biyyattiirratti kenneen guddoo rifachuu fi mufachuu ibseera.
Kamisa, Bitootessa 6, 2025 4:34:25 WD tti
Obbo Damissee Boruu Waaqayyoo horsiisee bulaa Aanaa Fantaallee ganda Ilaalaati. Isaan waqtii hongeen jiru kanatti gaala isaanii fi kan maatii isaanii waliin lafa margii fi bishaan jirutti godaansisanii tiksu.
Kamisa, Bitootessa 6, 2025 4:48:38 WD tti
Naannoo Saahel Afrikaa keessatti yeroo jalqabaaf "du'a shororkeessummaatiin walqabatee mudate hunda keessaa walakkaan ol" kan ta'uu naannoo kanatti mudachuu gabaasi mul’ise.
Roobii, Bitootessa 5, 2025 2:53:54 WB tti
Gaazaa; Hoggantoonni biyyoota Arabaa karoora Tiraamp Gaazaa fudhachuu dura dhaabbachuuf isaan dandeessisu irratti mari'achuuf tibbana Masrii Kaayirootti walga'anii mari'atan.
Roobii, Bitootessa 5, 2025 10:03:32 WD tti
Waraabbii viidiyoo gadi dhiifame sanarratti, godaantoonni bakka dhiphoo keessaa walirratti hirkatanii mul'atu ture.
Roobii, Bitootessa 5, 2025 9:26:30 WD tti
Zeleniskiin maaliif uffata gurraacha uffatu? Gatiin isaawoo meeqa?
Roobii, Bitootessa 5, 2025 11:43:44 WD tti
Hojjettuun manaa lammii Indiyaa taate daa'ima warra ishee hojjechiisanii ajjeesteetta jedhamuun yakkaan himatamtee magaalaa Yunaayitid Arab Emiratis, Abudaabiitti du'aan adabamte.
Roobii, Bitootessa 5, 2025 4:31:29 WD tti
Torban lama dura magaalaa Naqamteetti shamarreen Ayyaantuu Tasfaahuun duutee argamuun wal-qabatee maatiin hanga ammaa namni shakkamee to'annoo jala oole hin jiruu jechuun komatan.
Roobii, Bitootessa 5, 2025 7:21:29 WD tti
Giriin Miseensa Dimookiraatikii tokkicha chaambarii keessa mormii dhageessisanidha.
Kibxata, Bitootessa 4, 2025 5:14:11 WD tti
Itoophiyaan ammallee ulaa galaanatti ishee baasu argachuuf sochii 'karaa nagaa kamuu' taasisuu akka itti fuftu ibsiteetti.
Wiixata, Bitootessa 3, 2025 4:27:04 WD tti
Hariiroon Itoophiyaafi Ertiraa waggoota muraasa darban laafaa dhufe, booda kanarra ammoo waliin ooduurra ifatti gara wal himachuutti ce'eera. Maaltu itti aanuuf jira laata? Xinxaltoota haasofsiifneeraa, dhiyaadhaa.
Dilbata, Bitootessa 2, 2025 8:43:48 WD tti
''Har'a uffannaa tolfatteetta,'' jedhan Tiraamp yeroo harka isaan fuudhan.
Jimaata, Guraandhala 28, 2025 9:07:32 WD tti
Pirezidantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammad fi aanga'oonni biyyattii kaan kuyyaa kamisaa kaleessaa waaree booda buufata xiyyaara idil-addunyaa Moqaadishoo eegumsi cimaan taasifamuutti Ministira Mummee Itoophiyaa Abiy Ahimadiif simannaa gochuuf argataman.
Jimaata, Guraandhala 28, 2025 2:54:42 WB tti
Pirezidantiin duraanii Itoophiyaa Mulaatuu Tashoomee barruu Aljaziiraaf erganii maxxanfameefi hariiroo Ertiraafi Itoophiyaa ammaa agarsiisa jedhame yaada dhuunfaasaaniitii jedhe mootummaa Itoophiyaa.
Kamisa, Guraandhala 27, 2025 8:12:35 WD tti
Lammiilee Itoophiyaa hojii barbaaduf manaa ba'anii dirqiin hojii gowwoomsaa Interneetii Maayinamaar keessatti hojataa turanii ba'an mootummaan Itoophiyaa akka isaaniif qaqqabuuf gaafataa jiru
Kamisa, Guraandhala 27, 2025 4:22:02 WD tti
Ji'oota muraasa darbaniif kirkirri lafaa danuun kaaba baha Itoophiyaa erga raasaa turee booda laftis babbaqaqe, bishaan danfaafi hurki haalaan ho'aa ta'es as baheera.
Kibxata, Guraandhala 25, 2025 4:34:15 WD tti
Mootummaa Ce'umsaa ABO fi KFO akka ijaaraniif imaanaan nutti kenname jedhan kun ''diraamaa fakkaata'' jedhe ABO-WBO.
Jimaata, Mudde 6, 2024 8:50:15 WD tti
Amma karaa kanaan Oduuwwan Ammee ijoo, xiinxalaa fi odeessaalee adda addaa karaa BBC News Afaan Oromootiin kallattiidhaan WhatsApp keessan irratti argachuu dandeessu.
Wiixata, Guraandhala 24, 2025 11:28:16 WD tti
Xumura torban darbe Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa gara Mogadiishuu yeroo imalan hogganaan tika Itoophiyaa Ambaasaaddar Reduwaan Huseeniifi aangawoonni kaan waliin turan.
Jimaata, Guraandhala 21, 2025 10:06:28 WD tti
Mootummaan Ertiraa miseensoota raayyaa ittiisaa duraanii leenjii dabalataatiif kutaasaaniitti akka debii'aniif akkasumas kaan ammoo biyyaa akka hin baane qajeelfama baasuu lammiileen biyyattii biyya keessa jiraniifi biyya alaatti argaman BBC'f mirkanneessan.
Roobii, Guraandhala 12, 2025 5:07:30 WD tti
Lammaa Magarsaa 'ummanni gooftaa' akka ta'e, Oromoon dinagdeedhaan moggeeffamaa bahe jabaachuu akka qabu, saamichi lafaa fi albuudaa akka dhaabbatu, gaaffiin uummanni gaafatu tartiibaan deebii akka argatuuf ifaajaniiru.
Kamisa, Bitootessa 6, 2025 6:58:51 WD tti
Liiverpuul tapha Shaampiyoonsi Liigii baay'ee caalamee fi yaalii gara galchiitti osoo hin taasisiin daqiiqonni 90 xumuramuu gahan irratti injifannoon deebi'uun waan raajii ture.
Roobii, Bitootessa 5, 2025 7:42:12 WD tti
Arsenaal goolii hedduu seenaa Chaampiyoonsi Liigii keessatti rikordii ta'een PSV mo'ate. Riyaal Maadriid fi Aston Viilaanis milkaa'aniiru.
Kibxata, Bitootessa 4, 2025 1:31:08 WB tti
Tapha Shaampiyoons Liigii Awurooppaa kilaboonni 16 walitti hafan har'a irraa kaasanii morkii jalqabu. Taphoonni jajjaboonis galgala kana ni eegamu.
Kibxata, Bitootessa 4, 2025 10:11:22 WD tti
Kilaboonni 16 keessa galan har'aa fi bor ni taphatu. Taphi kun dhaqaa gala kan gaggeeffamu yoo ta'u ida'ama lamaanirrattiyyuu argataniin abbaa injifatu gara itti aanutti darba.
Kibxata, Bitootessa 4, 2025 8:15:03 WD tti
Ganna dhufu irraa eegalee karra eegdotaaf seerri sekondii saddetii bahe hojiirra ooluu jalqaba.
Wiixata, Bitootessa 3, 2025 7:48:42 WD tti
Leenjisaan Maanchister Yuunaayitid Ruuben Amoorim erga Fuulhaamiin mo'amanii waancaa FA keessaa bahanii ''kaayyoon keenya waancaa Piriimer Liigii mo'achuudha'' jedhan.
Sanbata, Bitootessa 1, 2025 4:53:27 WD tti
Masaay 'duri' ollaashee keessatti yeroo kubbaa taphattu kan haala isheen ittiin kubbaa qabattu ilaalee kan hin leellisiin hin jiru. ''Mucaan kun bakka guddaa geessi'' kan hin jedhiin hin jiru.
Jimaata, Guraandhala 28, 2025 2:51:54 WB tti
Waldaan Kubba Miilaa Awurooppaa murteessaa Deevid Koot jedhamu amala gaarii hin taane waancaa Awurooppaa 2024 irratti agarsiiseen yoo xiqqaate waggoota lamaaf adabae.
Kamisa, Guraandhala 27, 2025 3:34:17 WB tti
Taphataan sarara cinaa duraanii Liiverpuul Istiiv Maak Manamaaan Liiverpuul ''humna dhaabatu miti'' jedha.
Kamisa, Guraandhala 27, 2025 9:22:27 WD tti
Nootiingihaam Foorest Arsenaaliin ammas waancaa irraa fageesseera. Arsenaal qixa xumuruu isaa fi Liiverpuul Niwkaastiliin mo'achuun isaa abdii Arsenaal waancaaf qabu dimimmisaa'ee ture jalaa dukkaneesseera.
Kamisa, Guraandhala 27, 2025 9:10:12 WD tti
Arsenaal Piriimer Liigii keessatti dheebuun waancaa irra bubbulteetti. Waggaa guutuu sadarkaa tokkoffaafi lamaffaa qabachaa turus itti fullaasee waancaa argachuun tabba itti ta'aa dhufeera.
Taphataa duraanii Arsenaal qabeenya Mesii fi Roonaaldoo dachaa 20 caalu horatee biliyeenera tahe beektuu?
Roobii, Guraandhala 26, 2025 4:47:08 WD tti
Taphataan duraanii Arsenaal maatiw Filaaminii kaampaanii keemikaala eegumsa naannoof oolu oomishu GFB hundeessuun ofiis tujaara tahe.
Kibxata, Guraandhala 25, 2025 12:19:24 WB tti
Leenjisaan Arsenaal Mikeel Arteettaa garaagartummaan qabxii 11 durfamaa jiraatanis morkii waancaarraa ''abdii hin kutannu'' jedhe.